Filiphisiyus 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+ 1 Tasalonqee 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo hundumaa kadhadhaa.+
6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+