Yohaannis 16:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Guyyaa sanatti isin gaaffii tokko illee na hin gaafattan. Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin wanta akkamii iyyuu Abbaa yoo kadhattan,+ inni maqaa kootiin isiniif ni kenna.+ Roomaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Abdichatti gammadaa.+ Rakkina keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa. Kadhannaatti jabaadhaa.+ 1 Pheexiros 5:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+ 7 inni isiniif waan yaaduuf,+ yaaddoo* keessan hundumaa isa irratti gataa.+
23 Guyyaa sanatti isin gaaffii tokko illee na hin gaafattan. Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin wanta akkamii iyyuu Abbaa yoo kadhattan,+ inni maqaa kootiin isiniif ni kenna.+
6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+ 7 inni isiniif waan yaaduuf,+ yaaddoo* keessan hundumaa isa irratti gataa.+