Fakkeenya 3:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Gargaaruuf humna yoo qabaatte,*Warra isaan barbaachisuuf wanta gaarii hin dhowwatin.+ 1 Yohaannis 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haa taʼu malee, namni qabeenya addunyaa kanaa qabu kam iyyuu obboleessi isaa utuu rakkatuu argee yoo garaa isaaf laafuu dide, jaalalli Waaqayyoo akkamitti isa keessa jiraata?+
17 Haa taʼu malee, namni qabeenya addunyaa kanaa qabu kam iyyuu obboleessi isaa utuu rakkatuu argee yoo garaa isaaf laafuu dide, jaalalli Waaqayyoo akkamitti isa keessa jiraata?+