1 Pheexiros 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Gungummii malee keessummummaa wal simadhaa.+ 3 Yohaannis 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, nutis dhugaa keessatti isaanii wajjin akka hojjennuuf, namoota akkasii keessummummaa simachuuf dirqamni nu irra jira.+
8 Kanaafuu, nutis dhugaa keessatti isaanii wajjin akka hojjennuuf, namoota akkasii keessummummaa simachuuf dirqamni nu irra jira.+