-
Maatewos 10:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Namni, raajii tokko raajii taʼuu isaatiin simatu kam iyyuu gatii raajii ni argata;+ namni nama qajeelaa tokko qajeelaa taʼuu isaatiin simatu kam iyyuus gatii nama qajeelaa ni argata.
-
-
Fiilmoon 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kana malees, kadhannaa isin anaaf gootaniin gara keessanitti akkan deebiʼu waanan abdadhuuf bakkan itti boqodhu naaf qopheessi.+
-