Keessa Deebii 32:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’ Ibroota 10:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Nuti Waaqa isa, “Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala” jedhe beekna. Akkasumas, “Yihowaan* saba isaatiif murtii ni kenna.”+
35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’
30 Nuti Waaqa isa, “Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala” jedhe beekna. Akkasumas, “Yihowaan* saba isaatiif murtii ni kenna.”+