Galaatiyaa 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haa taʼu malee, ani isinitti nan hima, hafuuraan deddeebiʼuu keessan itti fufaa;+ yoo akkas gootan matumaa fedhii foonii hin raawwattan.+
16 Haa taʼu malee, ani isinitti nan hima, hafuuraan deddeebiʼuu keessan itti fufaa;+ yoo akkas gootan matumaa fedhii foonii hin raawwattan.+