Roomaa 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+ Roomaa 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 akka fooniitti yoo jiraattan, akka duutan beekamaa dha; hojii qaama keessanii hafuuraan yoo ajjeestan garuu+ jireenya argattu.+
5 Sababiin isaas, warri akka fooniitti jiraatan, sammuun isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata;+ warri akka hafuuraatti jiraatan garuu, sammuun isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.+
13 akka fooniitti yoo jiraattan, akka duutan beekamaa dha; hojii qaama keessanii hafuuraan yoo ajjeestan garuu+ jireenya argattu.+