LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Qulqullootaaf buusii walitti qabuu ilaalchisee,+ qajeelfama ani gumiiwwan Galaatiyaatti argamaniif kenne hordofuu dandeessu.

  • 2 Qorontos 8:1-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yaa obbolootaa, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa gumiiwwan Maqedooniyaatti argamaniif kenname akka beektan barbaanna.+ 2 Isaan qorumsi guddaan isaan irra gaʼee rakkina cimaa keessa yeroo turanitti, utuma hiyyummaa cimaa keessa jiranii gammachuu guddaadhaan kennaniiru; kun immoo arjummaa guddaa* isaan qaban argisiisa. 3 Sababiin isaas, isaan hamma humna isaanii qofa utuu hin taʼin,+ humna isaaniitii olitti illee akka arjooman ani isaaniif ragaa nan baʼa;+ 4 isaan mirga gaarummaadhaan kennuuf dandeessisu argatanii, tajaajila gargaarsaa qulqullootaaf godhamu irratti hirmaachuuf ofuma isaaniitiin kakaʼanii cimsanii nu kadhatu turan.+

  • 2 Qorontos 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 sababiin isaas, ani fedhii qabaachuu keessan waanan beekuuf, warri Akaayaa waggaa tokko dura qophaaʼaniiru jedhee boonuudhaan warra Maqedooniyaatti waaʼee keessan dubbadheen ture; hinaaffaan keessanis baayʼee isaanii kakaaseera.

  • 2 Qorontos 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 sababiin isaas, tajaajilli uummataaf kennamu kun wanta qulqullootaaf barbaachisu guutuu qofa utuu hin taʼin,+ Waaqayyoof galanni hedduun akka dhihaatus ni godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi