-
Roomaa 15:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Obboloonni Maqedooniyaa fi Akaayaa keessa jiran, hiyyeeyyii qulqulloota Yerusaalem gidduu jiraniif gammachuudhaan wanta qaban buusii godhaniiru.+ 27 Eeyyee, kana isaaniif gochuuf idaan waan isaan irra jiruuf, gammachuudhaan kana godhaniiru; sababiin isaas, saboonni kaan wanta hafuuraa erga isaanii wajjin hirmaatanii, qabeenya isaaniitiin isaan tajaajiluuf dirqamni isaan irra jira.+
-
-
2 Qorontos 8:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 kanaa mannaa, wanti yeroo ammaatti isin irraa hafe, hirʼina warra kaanii akka guutu, wanti isaan irraa hafes hirʼina keessan akka guutuufi; akka kanaan baʼaa isaa wal gargaartu.
-