Galaatiyaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, namni dubbicha barachaa* jiru hundi, isa barumsa* akkasii isaaf kennuu wajjin wanta gaarii hunda haa hirmaatu.+ Ibroota 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+
6 Kana malees, namni dubbicha barachaa* jiru hundi, isa barumsa* akkasii isaaf kennuu wajjin wanta gaarii hunda haa hirmaatu.+
16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+