LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa;+ 10 yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama* yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa;+ sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.+

  • Luqaas 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namni hojjetu mindaa isaa argachuu waan qabuuf,+ wanta isaan isiniif dhiheessan nyaachaa+ fi dhugaa manuma sana keessa turaa.+ Mana isa tokkoo gara isa kan biraatti hin jijjiirratinaa.

  • Roomaa 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Eeyyee, kana isaaniif gochuuf idaan waan isaan irra jiruuf, gammachuudhaan kana godhaniiru; sababiin isaas, saboonni kaan wanta hafuuraa erga isaanii wajjin hirmaatanii, qabeenya isaaniitiin isaan tajaajiluuf dirqamni isaan irra jira.+

  • 1 Qorontos 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Nuti wantoota hafuuraa isin gidduutti erga facaasnee, wantoota jireenyaaf barbaachisan isin irraa argachuun keenya waan guddaa dhaa?+

  • 1 Qorontos 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haaluma wal fakkaatuun, warri misiraachicha labsan, wantoota karaa misiraachichaa argataniin akka jiraatan Gooftaan ajajeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi