-
Isaayyaas 52:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “Maarree, ani asii maalan godha?” jedha Yihowaan.
Yihowaan akkana jedha: “Sabni koo akkanumaan fudhatamaniiru.
-
-
Hisqiʼel 36:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Haa taʼu malee, yommuu isaan gara saboota sanaa dhaqanitti namoonni waaʼee isaanii, ‘Namoonni kun saba Yihowaa ti; taʼus biyya isaa keessaa baʼuuf dirqamaniiru’ jedhanii dubbachuudhaan maqaa koo isa qulqulluu ni xureessan.+
-