1 Tasalonqee 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, akkuma amma gochaa jirtan wal jajjabeessuu fi wal ijaaruu keessan itti fufaa.+ Ibroota 10:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 akka namoonni tokko tokko barsiifata godhatan walitti qabamuu keenya hin dhiisnu;+ kanaa mannaa, guyyichi dhihaachuu isaa yommuu arginu+ isa duraa caalaa wal haa jajjabeessinu.+
25 akka namoonni tokko tokko barsiifata godhatan walitti qabamuu keenya hin dhiisnu;+ kanaa mannaa, guyyichi dhihaachuu isaa yommuu arginu+ isa duraa caalaa wal haa jajjabeessinu.+