-
Ibroota 2:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Dubbiin karaa maleekotaa dubbatame+ dhugaa taʼuun isaa erga mirkanaaʼee, akkasumas seera cabsuu fi ajajamuu diduu hundumaatiif adabni haqaa wajjin wal simu erga kennamee,+ 3 nuti fayyina guddaa kana yoo tuffanne akkamitti adaba irraa ooluu dandeenya ree?+ Sababiin isaas, kun jalqaba karaa Gooftaa keenyaa dubbatame,+ warri isa irraa dhagaʼan immoo nuuf mirkaneessan;
-