Hojii Ergamootaa 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Wantoonni kun erga taʼanii booda, Phaawulos Maqedooniyaa+ fi Akaayaa keessa darbee gara Yerusaalem dhaquuf murteesse.+ Achiis, “Ergan achi dhaqee booda, gara Roomaas dhaquun qaba” jedhe.+
21 Wantoonni kun erga taʼanii booda, Phaawulos Maqedooniyaa+ fi Akaayaa keessa darbee gara Yerusaalem dhaquuf murteesse.+ Achiis, “Ergan achi dhaqee booda, gara Roomaas dhaquun qaba” jedhe.+