-
Maatewos 5:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Ani garuu isiniin nan jedha, nama hamaa taʼe hin mormin; kanaa mannaa, nama maddii* kee isa mirgaa kabalu* kamiif iyyuu maddii kee isa bitaas itti qabi.+ 40 Namni tokko gara mana murtiitti si geessuu fi uffata kee isa jalaan uffattu fudhachuu yoo barbaade, uffata kee isa irraan uffattus isaaf kenni;+
-