Maarqos 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+ Luqaas 16:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+
11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu kam iyyuu ishii irratti ejja raawwata;+
18 “Namni haadha manaa isaa hiikee kan biraa fuudhu hundi ejja raawwata; namni dubartii abbaan manaa hiike fuudhu hundis ejja raawwata.+