LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, falaasota Ephiquriyotaa fi Istoyikootaa keessaa tokko tokko isaa wajjin falmuu jalqaban; tokko tokko, “Abbaan oduu kun maal dubbachuu barbaada?” jedhan. Kaan immoo, “Waaʼee waaqolii ormaa kan lallabu fakkaata” jedhu turan. Kana kan jedhanis, inni misiraachoo waaʼee Yesuusii fi waaʼee duʼaa kaʼuu isaa ibsu waan lallabuuf ture.+

  • 1 Qorontos 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, namni foonii wantoota hafuura Waaqayyoo irraa dhufan hin fudhatu; sababiin isaas, wantoonni kun isaaf gowwummaa dha; hafuuraan kan qoraman waan taʼaniif inni isaan hubachuu hin dandaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi