Roomaa 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+ 1 Pheexiros 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+
11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+
7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+