LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 19:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, namoonni xuʼaashii* taʼanii dhalatan jiru; namoonni warri kaan xuʼaashii isaan godhan jiru; namoonni Mootummaa samiitiif jedhanii xuʼaashii of godhanis jiru. Kana namni fudhachuu dandaʼu haa fudhatu.”+

  • 1 Qorontos 7:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yoo fuute garuu cubbuu hojjette jechuu miti. Qeerroon* yoo fuudhe, durbis yoo heerumte cubbuu hojjetaniiru jechuu miti. Warri akkas godhan garuu foon isaaniitti rakkinni ni dhufa. Taʼus ani kana irraa isin oolchuuf yaalii gochaan jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi