-
Hojii Ergamootaa 9:3-5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Utuu deemaa jiruus Damaasqootti yommuu dhihaatu, akkuma tasaa ifni tokko samii irraa naannoo isaatti balaqqeessaʼe;+ 4 innis lafatti kufe; sagaleen tokkos, “Saaʼol, Saaʼol, maaliif na ariʼatta?” yommuu isaan jedhu dhagaʼe. 5 Saaʼolis, “Yaa Gooftaa, ati eenyu?” jedhee gaafate. Innis akkana jedhe: “Ani Yesuus+ isa ati ariʼattu sana dha.+
-