-
1 Qorontos 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, namni foonii wantoota hafuura Waaqayyoo irraa dhufan hin fudhatu; sababiin isaas, wantoonni kun isaaf gowwummaa dha; hafuuraan kan qoraman waan taʼaniif inni isaan hubachuu hin dandaʼu.
-
-
1 Qorontos 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Namni kam iyyuu of hin gowwoomsin: Isin gidduudhaa namni sirna* kana keessatti ogeessa akka taʼe yaadu, ogeessa taʼuu akka dandaʼuuf gowwaa haa taʼu.
-