LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 28:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni yeroo hundumaa of eeggatu* gammadaa dha,

      Namni garaan isaa didaa akka taʼu godhu kam iyyuu garuu rakkina keessatti kufa.+

  • Luqaas 22:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo kanatti inni, “Yaa Gooftaa, ani sii wajjin hidhamuufis taʼe duʼuuf qophaaʼaa dha”+ isaan jedhe. 34 Yesuus garuu, “Ani siin nan jedha, yaa Pheexiros, harʼa kormaan indaaqqoo iyyuu isaa dura, ‘Isa hin beeku’ jettee siʼa sadii na ganta”+ jedhe.

  • Galaatiyaa 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yaa obbolootaa, namni tokko utuu hin beekin tarkaanfii dogoggoraa yoo fudhate, isin warri karaa hafuuraa gaʼumsa qabdan nama akkasii hafuura garraamummaatiin sirreessuuf yaalii godhaa.+ Haa taʼu malee, yeroo kanatti atis ofii keetii akka hin qoramne of eeggadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi