8 Guyyaa itti aanutti achii kaanee gara Qisaariyaa dhufne; achiis gara mana Filiphoos lallabaa Wangeelaa isa namoota kanaan dura filataman torban keessaa tokko taʼe+ sanaatti seennee isa bira bubbulle. 9 Namichi kun ijoollee durbaa hin heerumnee fi raajii dubbatan afur qaba ture.+