17 Warra gidduu keessanitti dura buutota taʼaniif ajajamaa,+ akkasumas bitamaa;+ isaan akka warra herrega dhiheessaniitti dhimmanii isin eegu;+ kana yoo gootan hojii isaanii gammachuudhaan hojjetu; taʼuu baannaan garuu hojii isaanii gaddaan hojjetu, kun immoo isin miidha.