2 Qorontos 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa obbolootaa, rakkina koonyaa Eeshiyaa keessatti nu irra gaʼe akka beektan barbaanna.+ Lubbuudhaan hin oollu jennee hamma abdii kutannutti, rakkina guddaa humna keenyaa ol taʼe keessa turre.+
8 Yaa obbolootaa, rakkina koonyaa Eeshiyaa keessatti nu irra gaʼe akka beektan barbaanna.+ Lubbuudhaan hin oollu jennee hamma abdii kutannutti, rakkina guddaa humna keenyaa ol taʼe keessa turre.+