LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 15:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isin garuu gatii dadhabbii keessanii waan argattaniif, jabaadhaa; abdiis hin kutatinaa.”*+

  • 1 Qorontos 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Inni dhaabus taʼe inni bishaan obaasu tokko dha;* taʼus, namni hundi akkuma hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.+

  • Mulʼata 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sagalee akkana jedhu tokkos samii keessaa nan dhagaʼe: “Kana barreessi: Ammaa jalqabee namoonni tokkummaa Gooftaa wajjin+ qaban eeganii duʼan gammadoo dha. Hafuurri akkana jedha: ‘Eeyyee, wantoonni isaan hojjetan yeruma sana isaan duukaa waan buʼaniif, isaan dadhabbii isaanii irraa haa boqotan.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi