2 Ximotewos 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+ Mulʼata 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+
12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+
21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+