LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 14:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, Yihudoonni Anxokiyaa fi Iqooniyumii dhufan, namoota sana amansiisanii+ Phaawulosiin dhagaadhaan erga tumanii booda, kan duʼe waan isaanitti fakkaateef lafa irra harkisanii magaalattiidhaa gad baasan.+

  • Hojii Ergamootaa 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Anaaniyaas lubni ol aanaan, warri isa bira dhaabbatan afaan isaa akka rukutan ajaje.

  • 2 Qorontos 11:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yihudoonni, 40 jechuuf tokko hanquu siʼa shan na garafaniiru,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi