1 Tasalonqee 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dubbiin Yihowaa* isin biraa baʼee kan dhagaʼame Maqedooniyaa fi Akaayaa qofatti miti; kanaa mannaa, amantiin isin Waaqayyo irratti qabdan bakka hundumaatti odeeffameera;+ kanaafuu, nuti waan tokko illee dubbachuun nu hin barbaachisu.
8 Dubbiin Yihowaa* isin biraa baʼee kan dhagaʼame Maqedooniyaa fi Akaayaa qofatti miti; kanaa mannaa, amantiin isin Waaqayyo irratti qabdan bakka hundumaatti odeeffameera;+ kanaafuu, nuti waan tokko illee dubbachuun nu hin barbaachisu.