2 Tasalonqee 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ariʼatamaa fi rakkina isin irra gaʼe hunda keessatti jabaattanii dhaabbachuu keessanii fi amantii argisiistaniin kan kaʼe,+ nuti mataan keenya gumiiwwan Waaqayyoo gidduutti isiniin ni boonna.+
4 Ariʼatamaa fi rakkina isin irra gaʼe hunda keessatti jabaattanii dhaabbachuu keessanii fi amantii argisiistaniin kan kaʼe,+ nuti mataan keenya gumiiwwan Waaqayyoo gidduutti isiniin ni boonna.+