-
1 Tasalonqee 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yaa obbolootaa, isin fakkeenya gumiiwwan Waaqayyoo warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabanii fi Yihudaa keessa jiranii hordoftaniittu; sababiin isaas, akkuma namoota biyya keessanii irraa rakkinni isin irra gaʼe,+ isaanis Yihudoota irraa rakkinni isaan irra gaʼaa jira;
-