2 Qorontos 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas meeshaan waraanaa keenya kan foonii miti;+ kanaa mannaa, dahoowwan jajjaboo garagalchuuf humna Waaqayyoo qaba.+ Efesoon 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+
4 Sababiin isaas meeshaan waraanaa keenya kan foonii miti;+ kanaa mannaa, dahoowwan jajjaboo garagalchuuf humna Waaqayyoo qaba.+
11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+