-
2 Qorontos 4:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Jireenyi Yesuus qaama keenya irrattis akka mulʼatuuf bakka deemne hundatti rakkina guddaa duʼaaf nama saaxiluu+ fi Yesuus irra gaʼe yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna. 11 Sababiin isaas, jireenyi Yesuus foon keenya isa duʼu irrattis akka mulʼatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru yeroo hunda Yesuusiif jennee duʼaaf ni saaxilamna.+
-