7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan; 8 haa taʼu malee, isaan ni moʼaman, sana booda samii keessatti iddoon isaaniif hin argamne.