-
1 Qorontos 2:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 kanan dubbadhee fi kanan isiniif lallabes jechoota ogummaa warra nama sossobaniin utuu hin taʼin, hafuuraa fi humna Waaqayyoo mulʼisuudhaan ture;+ 5 kana kanan godhes, amantiin keessan ogummaa namootaa irratti utuu hin taʼin, humna Waaqayyoo irratti kan hundaaʼe akka taʼuufi.
-