-
2 Ximotewos 2:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sababiin isaas, garbichi Gooftaa nama loluu hin qabu; kanaa mannaa, namoota hundumaatiif garraamii* kan taʼe,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabuu fi yeroo jalʼinni isa irratti raawwatamu kan of toʼatu taʼuu qaba;+ 25 akkasumas warra ilaalcha sirrii hin qabne garraamummaadhaan kan gorsu taʼuu qaba.+ Tarii Waaqayyo beekumsa dhugaa isa sirrii akka argataniif+ yaada akka geddaratan carraa isaaniif ni kenna taʼa;
-