-
2 Qorontos 4:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Misiraachoon nuti lallabnu kan haguugame yoo taʼe, kan haguugame warra badaniifi;
-
-
1 Pheexiros 2:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, isin waan amantaniif, inni isiniif gatii guddaa qaba; warra hin amanneef garuu, “dhagaan ijaartonni tuffatan,+ dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe”;+ 8 akkasumas “dhagaa gufachiisuu fi qarsaa kuffisu taʼe.”+ Isaan kan gufatan dubbichaaf waan hin ajajamneefi. Wanti isaan eeggachaa tures kanuma.
-