2 Ximotewos 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, warri filataman ulfina bara baraa wajjin fayyina karaa Kiristoos Yesuus argamu akka argataniif,+ isaaniif jedhee wantoota hundumaa dandaʼee jiraachuu koo ittan fufa.
10 Kanaafuu, warri filataman ulfina bara baraa wajjin fayyina karaa Kiristoos Yesuus argamu akka argataniif,+ isaaniif jedhee wantoota hundumaa dandaʼee jiraachuu koo ittan fufa.