LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Ani Yihudicha+ Xarsees ishii Kiilqiyaatti argamtutti dhalate dha;+ taʼus, magaalaa kana keessatti miila Gamaaliʼel jala taaʼeen baradhe;+ Seera abbootii keenyaa cimsee eeguu baradheera;+ akkuma harʼa hundi keessan gochaa jirtanis Waaqayyoof nan hinaafan ture.+

  • Filiphisiyus 3:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 eenyu illee foonitti amanamuuf sababii yoo qabaate namni sun ana dha.

      Namni foonitti amanamuuf sababii akka qabu yaadu kan biraan yoo jiraate ani isa caalaa sababii qaba: 5 guyyaa saddeettaffaattan dhaqna qabadhe;+ saba Israaʼel irraa, gosa Biiniyaam keessaan dhaladhe; ani Ibricha Ibroota irraa dhalate dha;+ seera ilaalchisee immoo Fariisicha dha;+ 6 hinaaffaa ilaalchisee, gumicha ariʼachaan ture;+ qajeelummaa seera irratti hundaaʼe ilaalchisee immoo, hirʼina akkan hin qabne mirkaneesseen ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi