1 Qorontos 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii? Isinis badhaasicha akka argattaniif haaluma kanaan fiigaa.+ Galaatiyaa 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin hamma kana gowwootaa? Karaa hafuuraa* erga jalqabdanii booda karaa foonii xumurtuu?*+
24 Warri dorgommii fiigichaa irra jiran hundi akka fiigan, taʼus badhaasicha kan argatu isa tokko qofa akka taʼe hin beektanii? Isinis badhaasicha akka argattaniif haaluma kanaan fiigaa.+