-
Yaaqoob 4:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Waraannii fi lolli isin gidduu jiru maal irraa madde? Fedhiiwwan foonii keessan warra isin keessatti* wal morman irraa kan madde mitii?+ 2 Isin ni hawwitu, garuu hin argattan. Ni ajjeestu, akkasumas ni gomjaatu, garuu argachuu hin dandeessan. Wal loltu, waraanas wal irratti bantu.+ Waan hin gaafanneefis hin argattan.
-