LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 qaama* koo keessa garuu seerri kan biraan, seera sammuu koo wajjin wal loluu+ fi seera cubbuu isa qaama* koo keessa jiruuf akkan boojiʼamu godhu+ akka jiru nan hubadha.

  • Galaatiyaa 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sababiin isaas, fedhiin foonii fedhii hafuuraa morma, fedhiin hafuuraas fedhii foonii morma; isaan kun waan wal mormaniif, isin wanta gochuu barbaaddan hin raawwattan.+

  • Yaaqoob 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, garaa keessan keessa hinaaffaa+ cimaanii fi morkiin*+ yoo jiraate of hin tuulinaa,+ akkasumas dhugaa irratti soba hin dubbatinaa.

  • 1 Pheexiros 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa obboloota jaallatamo, isin ormootaa fi warra yeroo gabaabaadhaaf jiraattan+ waan taataniif, fedhiiwwan foonii warra isin* waraanan+ irraa akka fagaattan+ isin nan gorsa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi