-
Galaatiyaa 5:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Sababiin isaas, warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaniif amantii isa karaa jaalalaa mulʼatu malee, dhaqna qabachuunis taʼe dhaqna qabachuu dhiisuun gatii hin qabu.+
-
-
Qolosaayis 3:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 namummaa haaraa isa akka fakkaattii uumaa isaatti+ beekumsa sirriidhaan haareffamaa deemu sana uffadhaa;+ 11 isa keessas Giriikiin yookiin Yihudiin, dhaqna kan qabate yookiin dhaqna kan hin qabanne, ormi, Iskutees,* garbichi yookiin namni bilisa taʼe hin jiru; Kiristoos garuu waan hundumaa ti, hundumaa keessa jiras.+
-