Hojii Ergamootaa 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo kanatti namoonni tokko tokko Yihudaadhaa gad buʼanii, “Akka Seera Museetti yoo dhaqna qabattan malee+ fayyuu hin dandeessan” jedhanii obboloota barsiisuu jalqaban. Hojii Ergamootaa 15:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namoonni tokko tokko utuu nuti ajaja tokko illee isaaniif hin kennin nu gidduudhaa baʼanii,+ dubbii isaaniitiin isin* rakkisanii amantii irraa isin garagalchuuf yaalii gochuu isaanii dhageenyeerra;
15 Yeroo kanatti namoonni tokko tokko Yihudaadhaa gad buʼanii, “Akka Seera Museetti yoo dhaqna qabattan malee+ fayyuu hin dandeessan” jedhanii obboloota barsiisuu jalqaban.
24 Namoonni tokko tokko utuu nuti ajaja tokko illee isaaniif hin kennin nu gidduudhaa baʼanii,+ dubbii isaaniitiin isin* rakkisanii amantii irraa isin garagalchuuf yaalii gochuu isaanii dhageenyeerra;