Uumama 12:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Warra si eebbisan nan eebbisa; isa si abaaru immoo nan abaara;+ maatiiwwan lafa irraa hundis dhugumaan karaa kee ni eebbifamu.”*+ Uumama 18:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Abrahaam dhugumaan saba guddaa fi jabaa ni taʼa; saboonni lafa irraa hundis karaa isaa ni eebbifamu.*+
3 Warra si eebbisan nan eebbisa; isa si abaaru immoo nan abaara;+ maatiiwwan lafa irraa hundis dhugumaan karaa kee ni eebbifamu.”*+
18 Abrahaam dhugumaan saba guddaa fi jabaa ni taʼa; saboonni lafa irraa hundis karaa isaa ni eebbifamu.*+