LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Dubbiin kun amanamaa dha: Namni ilaaltuu ol aanaa+ taʼuuf carraaqu hojii gaarii hawwa.

  • 1 Ximotewos 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haaluma wal fakkaatuun, tajaajiltoonni gumii itti gaafatamummaan kan itti dhagaʼamu, arraba lamaan kan hin dubbanne,* daadhii wayinii hedduudhaaf kan hin bitamne, karaa sirrii hin taaneen buʼaa argachuuf kan hin sassanne,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi