-
2 Qorontos 11:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ani isin tajaajiluuf jedhee, gumiiwwan kaan irraa gargaarsa fudhachuudhaan isaan saameera.+ 9 Haa taʼu malee, utuun isin bira jiruu yeroon rakkadhee turetti, obboloonni Maqedooniyaadhaa dhufan wanta na barbaachisu hunda waan naa kennaniif, ani nama tokkotti illee baʼaa hin taane.+ Eeyyee, karaa kamiin iyyuu baʼaa akkan isinitti hin taaneef of eeggachaan ture; gara fuulduraattis of eeggachuu koo ittan fufa.+
-