20 Ani Kiristoosii wajjin mismaaraan muka irratti fannifameera.+ Kana booda kan jiraatu ana utuu hin taʼin,+ Kiristoos isa anaa wajjin tokkummaa qabu sana dha. Amma fooniin kanan jiraadhu, amantii ani Ilma Waaqayyoo+ isa na jaallatee fi anaaf jedhee dabarsee of kenne+ irratti qabuuni dha.